Luke 14:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo yennaa jila gootu, worra hiyyeessa, worra naafa, worra hokkola'aa fi worra ballaa waami!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja atini sagale dansa d'aabdu, hiyyeeyifa, naafafa, nama hokolufa, ballafa yaami,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sagalee dansaa dhaabdee nama yaamtu ammoo, hiyyeeyyii, naafa, nama okkolu, ballaa yaam,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa affeerrii goote ammo hiyyeeyyii, naafa, worra hokkoluu fi worra ijaan hin argine waami.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo hennaa affeerraa goote hiyyeeyyii, naafa, worra hokkoluu fi balloota waami.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Garuu yeroo afeerrii taasfttutti hiyyeeyyii, qaama miidhamttoota, naafota, namoota jaamota'llee waami.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo yennaa jila gootu, worra hiyyeessa, worra naafa, worra hokkola'aa fi worra ballaa waami!