Luke 14:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaan, “Namichi tokko jila guddoo godhee keessummoota hedduu waame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni waan isaani jed'e, Namichi toko jila guddo tolche nama heddu yaame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo isaan, “Namichii tokko jila guddoo tolchee nama hedduu yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo akkana jedhe, «Namichi tokko hurbaata guddaa qopheessee namoota hedduu waame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo akkana jedhe, «Namichi tokko hurbaata guddaa godhee namoota hedduu waame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu akkana ni jedheen, «Naminni tokko afeerrii irbaataa guddaa qopheessee, namoota baayi'ee ni waame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaan, «Namichi tokko jila guddoo godhee keessummoota hedduu waame.