Luke 14:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan jilaa yennaa geette, ‘Wonni maraa qophoyeera, koya'a!’ jedhee worra waamametti akka himuuf tajaajilaa ifii itti erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi sagaleeni kurfo taate, inni garbicha ufi erge aka d'aqe keessuma yaame, Koota, wonti ch'ufti amma kurfo jirti jed'uuni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nyaatii sagalee ga'ee jennaan, akka innii dhaqee, ‘Koottaa, wantii cuftii amma kurfoo jirtii’ jedhee keessumaa yaamuu, hojjataa ufii itti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra sa'aatii hurbaata'aatitti waamamaniin, ‹Kunoo wonti maruu qophaayeera koottaa'a› jedhee akka waamuuf garbicha ufii erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra sa'aatii hurbaata'aatitti waamamaniin, ‹Amuma qophaayeera koottaa'a› jedhee akka waamuuf garbicha ufii erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
saa'aatiin afeerri'ii yeroo gayetti'llee, ‹kunoo wonitti marrinuu qophaayee jiraatii gara afeeri'ii koottaa!› jedhee, akka isaanitti himuuf, affeeraan tajaajilaa isaa gara namoota waamamanii titti, ni ergeen.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan jilaa yennaa geette, ‹Wonni maraa qophoweera, kowa'a!› jedhee worra waamametti akka himuuf tajaajilaa ifii itti erge.