Luke 14:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi nafi isaa iitoweeru tokko fuula isaa dura jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi toko ka harkafi miili itae isa dura ch'iise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namichii tokko ka harkaa fi miilii iita'ee fuula isaa dura dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san namichi garaan bokoke tokko isa afoo ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san namichi garaan bokoke tokko isa afoo ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti'llee waayee dhukkubisataatiin qaaminni isaa guutuun ka iitaye, naminni tokko Yesusiin durana ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi nafi isaa iitoweeru tokko fuula isaa dura jiraayyu.