Luke 14:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka dhibiin, ‘Ani waajiba waan te'eef, dhaqqabee hin dhufu’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ibiini waan jed'eeni, Anini d'io niiti fuud'e, tanaafi aka d'ufu inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii saddeessoo, ‘Anin dhiyoo niitii fuudhee, tanaaf akka dhufu hinqabu’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biraallee, ‹Ani waan dhiyoo fuudheef idaayya'a, dhufuu hin danda'u› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka biraallee, ‹Ani Waan dhiyoo fuudheef idaayya'a, kanaaf dhufee hin danda'u› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ka bira'aa ammoo, ‹haadha worraa fuudhee idaayyaa waan ta'eef, dhufu'uuf hin danda'u› jedhe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka dhibiin, ‹Ani waajiba waan te'eef, dhaqqabee hin dhufu› jedheen.