Luke 14:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan, ‘Gootta'a, waan ati ajajje maraa muummesseera, ammoo ammalle addeen hin jirti!’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani garbichi kaani waan jed'eeni, Aabbo, wonti atini jette ch'ufa la taate, ammo ammalle mani inguutamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan hojjataan kaan, ‘Aabboo, wantii atin jette cufa la taatee, ammoo ammallee manii hinguutamne!’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan sunillee, ‹Akka ati na ajajje godheera; ammallee huleen hin jirti!› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjataan sunillee, ‹Akka ati na ajajje godheera, ammallee huleen hin jirti!› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Tajaajilaan'llee deebi'ee dhufeeti Gooftaa isaatiin, ‹yaa Gooftaa! Kunoo waan ana ajaje maraa raawwadhee jira, haa ta'u malee amma'llee bakki duwwaan ni jira› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan, ‹Gootta'a, waan ati ajajje maraa muummesseera, ammoo ammalle addeen hin jirti!› jedheen.