Luke 14:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre goottaan tajaajila'aan, ‘Gara kara'aatii fi xurre'ee dhaqiitii, akka manni kiyya guutuuf kolbaan akka dhuttu tolchi!.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani waan garbichaani jed'e, Kara guddafi daandi alale d'aqi, nama yaami, haga mani kiyya guutamuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Abbaan hojjataa kaaniin, ‘Beennii karaa guddaa fi daandii alaallee dhaqii, haga manii kiyya guutamuutti nama yaami!’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaanillee garbicha ufiitiin manni kiyya akka guutu, ‹Gara karaa badha'aa fi xurree baadiyya'atti baasuu bayiitii akka seenan godhi!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaanillee garbicha ufiitiin manni kiyya akka guutu, ‹Gara karaa badha'aa fi xurree baadiya'atti baasuu bayiitii akka seenan godhi!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf gooftaan abbaa manaa tajaajila'aan akkana ni jedheen, ‹manni kiyya akka guutuuf gara karaawwan baadiyyaa fidaniitii fi karaa gara baadiyya'aa fidu mara deemiitii, akka dhufan taasis!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre goottaan tajaajila'aan, ‹Gara kara'aatii fi xurre'ee dhaqiitii, akka manni kiyya guutuuf kolbaan akka dhuttu tolchi!