Luke 14:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isinitti hima, worra duraan waamame keessaa tokkolle sagalee tiyya ta galgalaa afaaniin hin qabu!’ jedhe” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni ka qara yaamani sagale tiyya afaaniini intuqu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin isanitti himaa, namii qaraa yaaman tokkoolleen sagalee tiyya afaaniin hintuqu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana isiniin jedha, worra waamaman sanniin keessaa namni tokkollee hurbaata kiyya afaaniinillee hin qabu!› jedhe» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani akkana isiniin jedha, worra waamaman sanniin keessaa, namni tokkollee hurbaataa kiyya afaaniinillee hin qabu!› jedhe» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanniin namoota waamamanii turan keessaa tokko'llee afeerrii kiyya afaaniin hin qabu!› jedhe, isiniin jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isinitti hima, worra duraan waamame keessaa tokkolle sagalee tiyya ta galgalaa afaaniin hin qabu!› jedhe» jedheen.