Luke 14:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin guddoon adoo isa woliin ideentuu, Yesuus itti garagalee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini muumme inqamne Yeso woliini deemte, inni garagale waan worraani jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin muummee hinqamne isa waliin adoo yaatuu, Yesus garagalee warraan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin hedduu uduu isa woliin deema'aaru Yesuus gara isaanii garagalee akkana isaaniin jedhe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiin hedduu uduu isa woliin deemaaru, Yesuus gara isaanii garagalee akkana isaaniin jedhe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni baayi'een Yesusiin woliin ni deeman turan, inni'llee gara isaanii deebi'eeti akkana isaaniin ni jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin guddoon adoo isa woliin ideentuu, Yesuus itti garagalee,