Luke 14:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fannoo ifii ba'atee ka ana hin hordonne, barataa kiyya te'iisaaf hin dande'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maskali ufi fud'ate na gula ind'umne dandae nama kiyya intahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii fannoo ufii fudhatee na gula hindhumnee danda'ee nama kiyya hinta'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee fannoo ufii baadhatee yoo na faanaa hin deemne darasaa kiyya ta'uu hin danda'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee fannoo ufii baadhatee na faanaa yoo hin deemne, darasaa kiyya ta'uu hin danda'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fannoo mataa isaa baatee ka ana hin horddofinne, barataa kiyya ta'u'uuf hin danda'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fannoo ifii ba'atee ka na hin hordonne, barataa kiyya te'iisaaf hin dande'u.