Luke 14:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Isin keessaa nami mana dhaka'aa ijaaruu barbaadu, duraan dursee beesee ittiin ijaaree fixu akka qabu beekiisaaf, tee'ee ka gatii hin herrenne eennu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu isani keesa ka mana ijaaru fed'u, qara tae hori ufi inhenne, aka hori hobaasuuni qabu inilaale?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan keessaa namii mana dhakaa jaaruu fedhu, ka qaraa taa'ee, horii ufii waan qabu herregee, akka innii hobaasuuf hinlaallee eennu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin keessaa namni mana dhaga'aan ijaaruu barbaadu, duraan dursee waan hujii san ittiin raawwatu ka taa'ee gatii hin herrenne eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin keessaa namni mana dhaga'aan ijaaruu barbaadu, duraan dursee waan hujii san ittiin raawwatu ka taa'ee gatii hin herrenne eennuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin keessaa tokko gamoo ijaaru'uuf yoo barbaade, hujii raawwachiisu'uuf qarshii hagamii akka isa barbaachisu, durssee ka hin yaadinne eennuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin keessaa nami mana dhaka'aa ijaaruu barbaadu, duraan dursee beesee ittiin ijaaree fixu akka qabu beekiisaaf, tee'ee ka gatii hin herrenne eennu?