Luke 14:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo akkas hin te'in, hundee buusee fixiisa ammoo yoo dadhabe, worri kana dhaggu maraa itti kolla;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo akasi intahiini, hegeri hojja jala yayabe ammo hobaasu dad'abe, nami argu ch'ufti isa goyeese,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo akkas hin ta'in, egerii yayyaba jala qabeetti ammoo hobbaasuu dadhabee, namii isa argu cuftii gooyyeessee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan ammo jalqabee fixuu yoo dadhabe namoonni argan maruu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo taanii ammoo jalqabee fixuu yoo dadhabe namoonni argan maruu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bu'ura isaa buusanii hujii gamo'oo raawwachuun ka hin dandeenne yoo ta'e garuu, mana hafe ka argan marrinuu, itti ni baldan
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo akkas hin te'in, hundee buusee fixiisa ammoo yoo dadhabe, worri kana dhaggu maraa itti kolla;