Luke 14:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Ilaa, namichi kun ijaarsa jalqabee fixiisa ammoo dadhabe’ jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'u, Namichi kuni mana yayabe ammo hobaasu dad'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘laal namichii kun mana yayyabee hobbaasuu dadhabee’ jedhaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ila kunoo! namichi kun ijaarsa jalqabee fixuu dadhabee› jedhanii itti baldan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Ila, namichi kun ijaarsa jalqabee fixuu dadhabe› jedhanii itti baldan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹kunoo, naminni kun mana ijaaruu jala qabee raawwachu'uuf hin dandeenne› jedha'aa, itti ni balddan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ilaa, namichi kun ijaarsa jalqabee fixiisa ammoo dadhabe› jedha.