Luke 14:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo hin dandeenne te'e, mootichi isa loliisaaf ka'e sun adoo fagoo jiruu ergantoota ifii itti ergee nageya buusiisaaf hin kadhata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo indandeenne, ato kaani fago jiru, licho iti erge booju kad'ata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo hindandeenne, adoo kaan fagoo jiruu, nama itti ergee boojuu kadhata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ka hin dandeenne ta'e ammo mooticha isaan lolu'uuf ta'u saniin fagoo uduu jiru namoota ufii itti ergee araara kadhata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo hin dandeenne ta'e ammoo mooticha isaan lolu'uuf ta'u saniin fagoo uduu jiru namoota ufii itti ergee araara kadhata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka hin dandeenne yoo ta'e garuu nugusa isa woraanu'uuf dhufuun uduma fagoo jiru, nugufnni kun ergamoota nagayaa gara isaa ergee, araara ni gaafata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo hin dandeenne te'e, mootichi isa loliisaaf ka'e sun adoo fagoo jiruu ergantoota ifii itti ergee nageya buusiisaaf hin gaafata.