Luke 14:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma, eennulle isin keessaa qabeenna ifii mara ka hin lakkinne barataa kiyya te'iisaaf hin dande'u” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma duuba nami waan ufi ch'ufa illakimne dandae nama kiyya intahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasumaa duuba isan keessaallee namii waan ufii cufa hinlakkimne danda'ee nama kiyya hinta'u” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma eennullee isin keessaa qabeenna ufii maraa ka hin dhiifne darasaa kiyya ta'uu hin danda'u» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma, eennullee isin keessaa qabeenna ufii maraa ka hin dhiifne darasaa kiyya ta'uu hin danda'u» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana isin jiddu'uu waan qabu maraa anaaf jecha ka hin dhiisin naminni kumi'llee, barataa kiyya ta'uuf hin danda'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, eennulle isin keessaa qabeenna ifii mara ka hin lakkinne barataa kiyya te'iisaaf hin dande'u» jedhe.