Luke 14:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Sooddi waan dansa'a, ammoo yoo kuraa ifi keessaa dhabe, attamiin deebi'ee kurowa ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sooddi dansa, ammo yo kura d'abe maaniini kura iti deebisani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus itti dabree, “Sooddii dansaa, yo kuraa dhabee ammoo maaniin kuraa itti deebisan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Sooqqiddi waan misha'a; inni garuu yoo mi'aa uf keessaa hin qabaanne maali'iin mi'aaya ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Sooqqiddi waan misha'a, inni garuu mi'aa uf keessaa yoo hin qabaanne maali'iin mi'aaya ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Sooqiddi misha'aa sooqiddi mi'aa sooqiddumma'aa yoo dhabe garuu, maali'iin mi'aayu'uuf danda'aa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Sooddi waan dansa'a, ammoo yoo kuraa ifi keessaa dhabe, attamiin deebi'ee kurowa ree?