Luke 14:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Lafaaf yookiin kosii tuulantuufille hin te'u; alatti hin gatama. Gurra dhage'u ka qabu dhage'uuti!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafafi fulla huura iti haranile himmalle; alati gatani. Nami gurra qabu ha d'agayu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lafaa fi fulaa huura itti haraniillee hinmallee, alaatti gatan. Namii gurra qabu ha dhaga'uu!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faayidaa biraa hin qabu; lafaafillee kosii hin ta'u; gara raasa'aa gatama. Kanaafuu namni gurra dhagayu qabu haa dhagayuu!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Faayidaa biraa hin qabu, lafaafillee kosii hin ta'u; gara raasa'aa gatama. Kanaafuu namni gurra dhagayu qabu haa dhagayuu!» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sooqiddi bifa kun lafa qonnaatii fi ta'ee xaa'oof'llee ka hin fayyadinne waan ta'eef, garas baasanii ni gataniin, ka gurra dhagayu qabu, haa dhagayu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafaaf yookiin kosii tuulantuufille hin te'u; alatti hin gatama. Gurra dhage'u ka qabu dhage'uuti!» jedhe.