Luke 14:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo tanaafille deebii kennuu hin dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri dubbi tana deebisu dad'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba warrii gaafii taan homaa deebisuu dadhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo isaa deebii kennuu hin dandeenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo isaa deebii kennuu hin dandeenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu deebii woyiituu kennuu, hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo tanaafille deebii kennuu hin dandeenne.