Luke 14:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus keessumooti addee ulfinnaa filattuun yennaa dhagge, itti mammaakee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni mammaasa kana worra yaamaniti hime, aka worri barch'uma ulfinna fohatu arginaani waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus akka warrii barcumaa ulfinnaa foohate arginaan, mammaassa kana warra yaamaniitti dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni worri waamaman hulee kabajja'aa akka filatan argee, mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni worri waamaman hulee kabajja'aa akka filatan argee, mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus namoonni afeeri'iif waamaman bakkee ulfinnaa qabachu'uuf yoo wol durssan ni arge, kanaaf fakkeenna kana akkana jechu'uun isaanitti ni hime,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus keessumooti addee ulfinnaa filattuun yennaa dhagge, itti mammaakee,