Luke 15:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Namichi tokko ilmaan lamaan qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Yesoni waan jed'e, Duri nama tokoti jira ka ijoolle lama qabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Yesus, “Durii nama tokkootti ka ijoollee lama qabu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana jedhe, «Namichi tokko ijoollee lama qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus akkana jedhe, Namichi tokko ijoollee lama qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanissee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Naminni tokko ijoollee lamaa ni qaba ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Namichi tokko ilmaan lamaan qaba.