Luke 15:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maandhichi abba'aan ‘Abbaa kiyya, karra teeti keessaa qooda na gewu anaaf kenni!’ jedhe. Maarre abbaan karra ifii isaaniif qoode.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maand'ichi waan Abbaani jed'e, Aabbo, hori hand'ura kiyya naa qoodi. Jennaani inni hori worra, lachuyu qoode.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maandhichii abbaan, ‘Aabboo, horii handhuuraa kiyyaa naa qood!’ jedhe. Jennaan innii horii warra lachuuyyuu qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa maandhichi abba'aan ‹Abbaa kiyya! birrii kee keessaa qooda kiyya naa kenni› jedheen; inni birrii ufii isaanii qoode.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa maandhichi abba'aan ‹Abbaa kiyya, birrii kee keessaa qooda kiyya naa kenni› jedheen, innillee birrii ufii isaanii qoode.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maandhichi'llee abbaa isaatiin, ‹abbaa, qabeenna kee keessaa qoodii gayaa kiyya naaf kenni!› jedheen. Kanaaf abbaan'llee qabeenna isaa ijoollee lamaaniif addaan ni qoode.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maandhich abba'aan ‹Abbaa kiyya, karra teeti keessaa qooda na gewu naaf kenni!› jedhe. Maarre abbaan karra ifii isaaniif qoode.