Luke 15:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyoota diqqa'aan duuba ilmi maandhichi karra isa geette mara wolitti qabatee gara biyya fago'oo deeme; achitti le'ii badduu le'isaan karra ifii mara bittaneesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti diqo toko ilmi maand'ichi hand'ura ufi gurgure, ch'ufa beese deebise, kae lafa fago d'aqe; achiti hori ufi kara hamaani maro tokotu nyaate balleese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo haguu hinturinuu, ilmii maandhichii handhuraa ufii cufaa gurguree, beesseetti deebisee, ka'ee lafa fagoo dhaqe; achitti marroo tokkoonuu horii ufii cufaa karaa maleen nyaatee balleesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa hago'oon maayessa ilmi maandha'aa sun birrii wolitti qabatee gara biyya fago'oo deeme. Achiin maayessa birrii san hin fixe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa hago'oon maayessa ilmi maandha'aa sun birrii wolitti qabatee gara biyya fago'oo deeme. Achiin maayessa birrii san hin fixe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa muraasaan duubatti maandhichi qabeenna isaa maraa wolitti qabee gara biyya fago'oo ni deeme, biyya sanitti'llee qabeenna isaa mara tasatti ni balleese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyoota diqqa'aan duuba ilmi maandhich karra isa geette mara wolitti qabatee gara biyya fago'oo deeme; achitti le'ii badduu le'iisaan karra ifii mara bittinneesse.