Luke 15:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni qollofa booyyeen nyaattu nyaatee gadhaa guutatiisaaf kajeele, ammoo namuu wo itti hin kennine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni beelae ufi jibbaate jennaani qola booyyeeni nyaattu nyaachu fed'e, ammo taatule namu woma iti inkennine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii beela'ee ufi jibbaatee jennaan, qola booyyeen nyaattu nyaachuu fedhe; ammoo namuu homaa itti hinkennine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti hansaraa booyyonni nyaatan nyaatu'uuf kajeela'aa ture. Garuu isuma sanuu ka kennuuf hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achitti hansaraa booyyonni nyaatan nyaatu'uuf kajeela'aa ture. Garuu isuma sanuu ka kennuuf hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hansaraa booyyeewwan nyaatan irraa'llee nyaatee garaa guuttachu'uuf ni hawwa ture, garuu kanuma'llee ka isaa kennu hin jiru ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qollofa booyyeen nyaattu nyaatee gadhaa guutatiisaaf kajeele, ammoo namuu wo itti hin kennine.