Luke 15:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka'ee gara mana abbaa kiyyaa dhaqee, abbaa kiyyaan, Ani Waaqaa fi si yakkeera;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini kae gara Abba kiyya gale waan jed'uuni, Aabbo, anini yayu wollaale, siifi Waaqa duraleti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii ka'eetti gara abbaa kiyyaa galee, Aabboo, anin sii fi Waaqaa duraalleetti yaayyuu wallaalee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'ee gara mana abbaa kiyyaa deemee, «Abbaa kiyyaan! ani Rabbii fi si afo'ottillee yakka hojjadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka'ee gara mana abbaa kiyyaa deemee, «Abbaa kiyyaan, ani Rabbii fi si afo'ottillee yakka hojjadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka'ee gara abbaa kiyyaa haa deemeeti, abbaa, Waaqaa fi si duranatti'llee balleessee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka'ee gara mana abbaa kiyyaa dhaqee, abbaa kiyyaan: Ani Waaqaa fi si yakkeera;