Luke 15:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
haganaan achi ani ilma keeti jedhamiisaaf hin malle; hojjattoota teeti keessaa akka hojjataa tokkoo na godhadhu’ jedhaan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Armaa achi ilma kanke naani jechu himmalle; akuma nama sii hojatu na heregi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
armaa achi ilma kankee naan jechuu hinmallee, akkuma nama sii hojjatuu na herregi’ jedhanii.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammaa achi akka ilma keetiititti hin laakkayamuu; hojjattoota kee keessaa akka hojjataa tokkootitti na laali jedhaan» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammaa achi akka ilma keetitti laakkayamuu; hojjattoota kee keessaa akka hojjataa tokkootitti na laali jedhaani» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ammaa achitti ilma keeti jedhamuun anaan hin malu, garuu tajaajilttoota mindeeffamoota keetii keessaa, akka tokkoo ana taasisi, haa jedhuun› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haganaa achi ani ilma keeti jedhamiisaaf hin malle; hojjattoota teeti keessaa akka hojjataa tokkoo na godhadhu jedhaan› jedhe.