Luke 15:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayotaa fi barsiisoti Seeraa ammoo, “Namichi kun cubbaaleyyii hin fudhata, isaan wolille'een nyaata” jedhanee itti gungumane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayoofi jari Seera beekhu gungumani waan jed'ani, Namichi kunini worra daba yaame sagale woliini nyaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisootaa fi jarii Seera beeku ammoo, “Namichii kunin warra cubboolee yaamee sagalee waliin nyaata” jedhanii gunguman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonninii fi Barsiisonni Seera Muuse'ee kana arganii, «Kun cubbamtoota simata; isaan woliin nyaata» jedhanii itti guunguman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisonninii fi Barsiisonni Seera Muuse'ee, Kun cubbamoota simata, isaan woliin nyaata jedhanii itti guunguman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisotaa fi barsiisonni seera garuu kana arganii, «Kun ammoo cubbamoota ufitti ni fudhata, isaan woliin'llee ni nyaata» jedha'aa, Yesusiin irratti ni guunguman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayotaa fi barsiisoti Seeraa ammoo, «Namichi kun cubbaaleyyii hin fudhata, isaan wolille'een nyaata» jedhanee itti gungumane.