Luke 15:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi isaa ammoo, ‘Abbaa kiyya, ani Waaqaa fi si yakkeera. Haganaan achi ani ilma keeti jedhamiisaaf hin malle’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurbaani kaani waan jed'eeni, Aabbo, anini yayu wollaale, siifi Waaqa duraleti. Armaa achi ilma kanke naani jechu himmalle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii isaa kaan ammoo, ‘Aabboo, anin sii fi Waaqaa duraalleetti yaayyuu wallaale. Armaa achi ilma kankee naan jechuu hinmale’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmillee ‹Abbaa kiyya! ani Rabbii fi si afo'ottillee cubbuu hojjadheera; ammaa achi ani ilma kee jedhamuun naaf hin malu› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilmillee abbaa kiyya, ‹Ani Rabbii fi si afo'ottillee cubbuu hojjadheera. Ammaa achi ani ilma kee jedhamuun naaf hin malu› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi'llee, ‹abbaa, Waaqaa fi si duranatti'llee balleesee jira, ammaa achitti ilma kee jedhamuun, naan hin malu› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmi isaa ammoo, ‹Abbaa kiyya, ani Waaqaa fi si yakkeera. Haganaa achi ani ilma keeti jedhamiisaaf hin malle› jedheen.