Luke 15:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan isaa ammoo tajaajiltoota ifiitiin, ‘Ariifadha'aatii, woyaa, woyaa mara caaltu fida'aatii itti uffisa'a; qubee qubatti, kopheelle miilatti keya'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Abbaani waan hojattu ufitiini jed'e, Woya ta ch'ufa ira dansaatiini koota, isati uyisa, qube quba isati kaya, kopele miila isati naqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan ammoo hojjattoota ufiitiin, ‘Hurrisaa wayaa wayaa cufa irra dansaatin koottaa, isaatti uyyisaa, qubee quba isaatti kaa'aa, kopheellee miila isaatti naqaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaa garuu garboota ufiitiin akkana jedhe, ‹Ariifadha'aatii uffata uffata maraa caalu fida'aatii itti uwwisaa'a; quba isaatiif qubee; luka isaatiif kophee fida'aatii itti godhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan isaa garuu garboota ufiitiin akkana jedhe, ‹Ariifadha'aatii, uffata, uffata maraa caalu fida'aatii itti uwwisaa'a; quba isaatiif qubee, luka isaatiif kophee fida'aatii itti godhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaan isaa garuu tajaajilttoota isaa waamee akkana jedhe, ‹dadafa'aatii uffata maraa caalu fida'aatiifiitii itti uffisaa! Quba isaa titti qubee, miila isaa titti'llee kophee godha'aafii!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Abbaan isaa ammoo tajaajiltoota ifiitiin, ‹Ariifadha'aatii, woyaa, woyaa mara caaltu fida'aatii itti uffisa'a; qubee qubatti, kopheelle miilatti keya'a!