Luke 15:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba dardara coomaa fida'aatii qala'a, nyaataa jilifanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raada gabbooni koota, qala, nyaanne gammanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jibicha gabbaan koottaa qalaa, nyaannee gammannaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mirgoo coomaa fida'aa qalaa; haa nyaannuu; haa gammannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mirgoo coomaa fida'aa qalaa; haa nyaannuu haa gammannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mirgoo coome'llee fida'aatii qalaa! Haa nyaannuu, haa gammannuu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba dardara coomaa fida'aatii qala'a, nyaataa jilifanna.