Luke 15:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni tajaajiltoota keessaa tokko gara ifii waamee, “Maanti maan te'e?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattu toko yaame waan jed'eeni, Wonti kunini maani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan hojjataa tokko yaamee, ‘Wantii kunin maan?’ jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san hojjattoota keessaa nama tokko ufitti waamee, «Kun maali'i?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san hojjattoota keessaa nama tokko ufitti waamee, «Kun maali'i?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilttoota keessaa tokko waamee, ‹maali'i wonitti?› jedhee ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni tajaajiltoota keessaa tokko gara ifii waamee, ‹Maanti maan te'e?› jedhee gaafate.