Luke 15:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan deebisee, ‘Obboleessa keetittuu deebi'ee gale; waan inni nageyaa fi fayya'aan galeef, abbaan keeti dardara coomaa qalchiise’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan jed'eeni, Oboleesi kanke gallaani abbe raada gabbo taani qale, waan inni nagayaa fayyani galeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gurbaan deebiseefii, ‘Obboleessii kankee gallaan, waan innii nagaa fayyaan galleef abbee Jibichaa gabbaa kaan qale’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, ‹Obboleessa keetituu deebi'ee gale; Abbaan kee waan inni nagayaa fi fayya'aan galeef, mirgoo coomaa qale› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, ‹Obboleessa keetituu deebi'ee galeera; Abbaan kee, waan inni nagayaa fi fayya'aan galeef, mirgoo coomaa qale› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilaan'llee, ‹obboleessi kee deebi'ee waan dhufeef, abbaan kee nagayaan waan isa argateef, mirgoo coome qaleefii jira› jedheen.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan deebisee, ‹Obboleessa keetittuu deebi'ee gale; waan inni nageyaa fi fayya'aan galeef, abbaan keeti dardara coomaa qalchiise› jedheen.