Luke 15:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi angafichi aaree mana seenuu dide; maarre abbaan gad itti bayee, akka inni mana seenuuf isa magannifate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo angafi kaani dalane oli seenu dide. Abbaani isati gadi bahe isa sobate, Oliseeni jed'eeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii angafittichii kaan ammoo dallanee olseenuu dide. Abbaan itti gad ba'ee isa sobatee, ‘Olseen’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee aaree manatti galuu dide. Kanaaf abbaan isaa gad bayee kadhateen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee aaree manatti galuu dide. Kanaaf abbaan isaa gadi bayee kadhateen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Obboleessi isaa ka hangafaa'llee haalaan dallanee, ‹gara manaa hin aseenu!› jedhe. Kanaaf abbaan gara alaa bayee gara manaa akka aseenuuf ni kadhateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi angafichi aaree mana seenuu dide; maarre abbaan gad itti bayee, akka inni mana seenuuf isa magannifate.