Luke 15:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo ilmi keeti kun karra teeti sagaagaltoota woliin fixee, deebi'ee dhufee jennaan, dardara coomaa isaaf qalte!’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ilmi kanke kunini ka hori kanke sharmut'a irati hobaase d'umnaani atini raada gabbo taani qalteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo ilmii kankee kunin, ka horii kankee shaarmuxa irratti hobbaase, dhumnaan atin jibicha gabbaa kaan qalteef?’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi kee ka birrii ufii beera seebartuu woliin nyaatee fixe ammo hennaa gale mirgoo coomaa qalteef› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ilmi kee ka birrii ufii beera seebartuu woliin nyaatee fixee hennaa dhufe mirgoo coomaa qalteef jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi kee kun garuu qabeenna kee dubarttoota sagaagalttootaan woliin baashessee yeroo deebi'etti, mirgoo coome ni qaltteef.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo ilmi keeti kun karra teeti sagaagaltoota woliin fixee, deebi'ee dhufee jennaan, dardara coomaa isaaf qalte!› jedhe.