Luke 15:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan deebisee, ‘Ilma kiyya, ati yennaa mara ana woliin as jirta, wonni ani qabulle maraa teeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani waan jed'eeni, Gurba, atini hojja ch'ufa na woliini jirta, wonti kiyya ch'ufti keetuma.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan isaa ammoo, ‘Gurbaa, atin yo cufaa na waliin jirta, wantii kiyya cuftii keetuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, ‹Ilma kiyya! ati hennaa maraa na woliin jirta wonti kiyya maruu keeti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo, ‹Ilma kiyya, ati hennaa maraa na woliin jirta wonti kiyya maruu keeti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaan'llee akkana ni jedheen, ‹yaa ilma kiyya, ati yeroo maraa ana woliin ni jirta, kiyya ka ta'e marrinuu keeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan deebisee, ‹Ilma kiyya, ati yennaa mara na woliin as jirta, wonni ani qabulle maraa teeti.