Luke 15:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
gara mana ifii gala. Achiin duuba lansootaa fi olloota ifii waamee, ‘Hoolee tiyya ta badde waan dhaggeef na woliin gammada'a!’ hin jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worrati galche, jaalaanifi olla ufi wolti yaame, Koota, na woliini gammada, hoola kiyya ka bade ya argad'e jed'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warratti galchee, jaallan isaatii fi ollaa isaa walti yaamee, ‘Koottaa, na waliin gammadaa! Hoola kiyya ka bade kaan ya argadhee’ jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara mana ufii gale jaalalloo ufiitii fi olloota ufii waamee, ‹Hoolaa tiyya ta badde waan argeef na woliin gammadaa'a!› jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara mana ufii gale jaalalloo ufiitiif, olloota ufii waamee, ‹Hoolaa tiyya ta badde waan argeef na woliin gammadaa'a!› hin jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara mana isaa yeroo gayetti'llee waahellan isaatii fi olloota isaa bakka tokkotti waamee, ‹hoolaa kiyya ka bade argadhee jiraatii, gammadee jiraa isin'llee ana woliin gammadaa!› isaaniin ni jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara mana ifii gala. Achiin duuba lansootaa fi olloota ifii waamee, ‹Hoolee tiyya ta badde waan dhaggeef na woliin gammada'a!› hin jedha.