Luke 15:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti aansee, “Dubartiin saantii maallaqaa kudhan qaddu takka kudhan san keessaa takkaan yoo badde, ifa issitee, mana ifii hartee haga dhaggitutti miidhassitee hin barbaaddii motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani niiti tamiti ta qarsi kud'ani qabdu, hojja toko iraa bade ifsa bobeesite mana harte aka dansa imbarbaanne haga argattuuti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yokaan niitii tamiitti ta qarshii kudhan qabdu, yo tokko irraa bade ibsee bobeesittee mana hartee haga argattuutti akka dansaa hinbarbaanne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus itti aansee akkana jedhe, «Dubartiin birrii kudhanii qabdu takka kudhan san keessaa saantibiin tokko yoo jalaa badde ifaa ibsitee, mana ufii hartee haga argitutti midhaassitee hin sondhe eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus itti aansee, «Dubartiin birrii kudhanii qabdu takka kudhan san keessaa saantibiin tokko yoo jalaa badde, ifaa ibsitee, mana ufii hartee haga argitutti midhaassitee hin sondhe eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Maalaqa birri'ii kudhanii dubarttiin qabddu, kudhan keessaa maalaqinni takka uduu jalaa badee ibissaa ibisitee, mana isi'ii harattee, maalaqa jalaa bade haga argatutti, ufi eegganna'aan hin barbaadduu ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti aansee, «Dubartiin saantii maallaqaa kudhan qaddu takka kudhan san keessaa takkaan yoo badde, ifa issitee, mana ifii hartee haga dhaggitutti miidhassitee hin barbaaddii motii?