Luke 16:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus barattoota ifiitiin, “Namichi dureessi tokko, tooyataa mana isaa tooyatu qabaayyu. Tooyataan kun akka karra isaa balleessaaru dureesichatti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jara isaatiini jed'e, Duri dureesa tokoti jira, ka hojattu jabdu qabu. Duuba d'ufani waan jed'aniini, Nami kanke kunini hori kanke balleesu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus jara ufiitiin, “Durii dureessa tokkotti, ka nama hojii isaa cufa to'aatuuf qabu jira. Duuba dhufanii, ‘Namii kankee kunin horii kankee balleessuu jira’ jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebi'ee darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Dureessi woyii hojjataa isaa hojjatu tokko qaba ture; Hojjataan kun qabeenna nama dureessaa san akka ofoolleessu oduun isa bira gaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebi'ee darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Namicha dureessa nama hujii ufii hojjachiisuu malu tokkotu ture. Namichi kun qabeenna kee bittinneesa'aara jedhanii dureessa sanitti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee Yesus barattoota isaatiin akkana ni jedhe, «Naminni dureessi tokko nama mana isaa isaaf bulchu namicha sooru tokko qaba ture, namoonni, ‹namicha sooru kun qabeenna kee ni balleessa› jedhanii, namicha dureessaa irratti ni himataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus barattoota ifiitiin, «Namichi dureessi tokko, toowataa mana isaa toowatu qabaayyu. Toowataan kun akka karra isaa balleessaaru dureessichatti himane.