Luke 16:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo isin karra biyya lafaa tanaan hin addatamin, eentu addatee karra dhuga'aa isinitti kenna ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi hojja qara hori lafa tanatiini isani d'arefatani eentu dandae hori d'ugatiini isani d'ugefata?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf yo qaraa horii lafa tanaatiin isan dhaareffatan eentu danda'ee horii dhugaatiin isan dhugeeffata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu isin birrii biyya lafaa ka sobaa irratti yoo hin amanamne, birrii dhuga'aa eentu yaboo isinitti kenna ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu isin birrii biyya lafaa ka sobaa irratti yoo hin amanamne, birrii dhuga'aa eentu yaboo isinitti kenna ree?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa qabeenna biyya lafa kanaa bulchu'uun ka hin amanaminne yoo taataan, qabeenna dhuga'aa ammoo eenutu amanee isinitti kenna ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo isin karra biyya lafaa tanaan hin addatamin, eentu addatee karra dhuga'aa isinitti kenna ree?