Luke 16:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami tokko garba goottaa lamaa te'iisaaf hin dande'u, tokkocha jibbee, kaan hin jaallata; yookiin tokkocha ulfeessee kaan hin tuffata. Akkasuma Waaqaa fi beesee tajaajiliisaaf hin dandeettanu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nama hojatu dandae abba lama inhojatu: wonti akanatiifi inni hegeri toko jibbe kaani jaalata, yokhaani tokooni wold'aqani kaaniini wold'abani. Isani dandeetani Waaqafi hori fulla taka inhojattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii abbaa tokkoo hojjatu, danda'ee abbaa lamaa hinhojjatu; wantii akkanatiif egerii tokko jibbeetti kaan jaalata, yokaan tokkoon waldhaqeetti kaaniin waldhaba. Isan dandeettanii Waaqaa fi horii fulaa takkaa hinhojjattan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Garbichi tokkochi gooftaa lamaa ta'uu hin danda'u; tokko jibbee kaan jaalata; yookaan gara tokkoo siiqee, kaan irraa fagaata. Rabbii fi horii qixa jaalachuu hin dandeettan.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Garbichi tokkochi gooftaa lamaa ta'uu hin danda'u, tokko jibbee, kaan jaalata; yookiin gara tokkoo siiqee. Ka lammaffa'aa irraa fagaata. Rabbii fi birri'ii qixa jiraachuu hin dandeettan.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni tokko yeroo tokkoon goofttota lamaaf tajaajiluu hin danda'u, kana eega ta'e, tokko jibbee kaan ni jaalata, tokko kabajee, kaan ni tufata, akkuma kana Waaqaa fi qabeennaa bitamu'uu hin dandeettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko garba goottaa lamaa te'iisaaf hin dande'u, tokkocha jibbee, kaan hin jaalata; yookiin tokkocha ulfeessee kaan hin tuffata. Akkasuma Waaqaa fi beesee tajaajiliisaaf hin dandeettanu» jedhe.