Luke 16:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayoti worri beesee jaallatanu yennaa waan Yesuus dubbate kana dhage'ane isa ceeggatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Farisayooni, ta guddo hori jaalattu, waan kana ch'ufa d'ageennaani isa goyeesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisotii ta guddoo horii jaalattu, waan kana cufaa dhageennaan isa gooyyeesite,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonni worri horii jaalatan waan kana maraa dhagayanii itti baldan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisonni worri birrii jaalatan waan kana maraa dhagayanii itti baldan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisonni worra qarshii jaalatan waan turaniif, waan Yesus dubbate maraa dhagayanii, itti ni baldan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayoti worri beesee jaalatanu yennaa waan Yesuus dubbate kana dhage'ane isa ceeggatane.