Luke 16:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Namichi dureessi woyaa dhiillee dansittii, ta gatii guddo'oo uffataa, guyyaa mara qananumma'aan le'u tokko jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri dureesa toko jira, ka woya mimid'aaddu gati guddo qabdu naqate guyya ch'ufa gammadafi qilit'amaani deemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Durii namicha dureessa tokkootti jira, ka wayaa mimidhaadduu gatii guddoo naqatee guyyaa cufa gammadaa deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namicha dureessa uffata diima'aa fi uffata haphii fuuttaa irraa hojjatame uffate tokkotu ture. Hennaa maraa qananii keessa jiraata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namicha dureessa uffata diima'aa fi uffata haphii fuuttaa irraa hojjatame uffate tokkotu ture. Hennaa maraa qananii keessa jiraata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Uffata goga'aa diima'aa fi uffata haphii ka uffatu, nama dureessa tokkotu jira ture, inni'llee guyyama guyya'aan jireenna qanani'iin ni jiraata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Namichi dureessi woyaa dhiillee dansittii, ta gatii guddo'oo uffataa, guyyaa mara qananumma'aan le'u tokko jira.