Luke 16:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre namichi dureessichi tooyataa san waamee, ‘Marroo teeti wonni ani dhage'u kun maan? Ati haganaan achi tooyataa kiyyaa waan hin teeneef, herrega toowatumma'aan itti hujje nati kenni’ jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni isa yaame waan jed'eeni, Wonti anini siti d'agayu kuni maani? Hori kiyya ch'ufa hedi, harka kiyyati deebisi, armaa achi iti deebite na inhojattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii isa yaamee, ‘Wantii anin sirratti dhaga'u kun maan? Waan armaa achi itti deebitee naa hojachuu hindandeeneef horii kiyya cufaa hedii, harka kiyyatti deebisi!’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu dureessi sun isa waamsisee, ‹Wonti kee ka ani si irratti dhagaya'aaru kun maali'i? Duranaaf hojjataa kiyya ta'uu ammaa achi waan hin dandeenneef galii herrega hujii keetii naa dhiyeessi› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dureessi sunillee isa waamee, ‹Wonti si irratti dhagayu kun maali? Duranaaf hojjataa kiyya ta'uu waan hin dandeenneef herrega hujii keetii naa dhiyeessi› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi dureessichi'llee namicha sooru waamisisee, ‹wonitti si irratti dhagayu kun maal'i? Ammaa achitti namicha sooru kiyya ta'u'uuf hin dandeetuutii, qabeenna kiyya ka namicha sooru maatii kiyyaa taate ittiin hojjata'aa turtte, herreega qabeenna kiyyaa naaf dhiyeessi!› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namichi dureessichi toowataa san waamee, ‹Marroo teeti wonni ani dhage'u kun maan? Ati haganaa achi toowataa kiyyaa waan hin teeneef, herrega toowatumma'aan itti hujje natti kenni› jedheen.