Luke 16:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi hiyyeessi tokko, ka Alaazaar jedhamu, ka nafi isaa duudiin mammadaayeeru balbala namicha dureesichaa dura irkateeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle namicha hiyyeesa toko, ka Lazaro jed'ani, ka nafi isaa ch'ufti mamadaa qabu balbala isaa dura kayani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee namicha hiyyeessa nafii isaa cuftii mammadaa'ee sareelleelleen dhuftee madaa isaa arraabdu, ka Alazaar jedhan tokkootti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa balbala mana isaa afoo hiyyeessa Alaazaar jedhamu ka nafti isaa marti mammadaayee ciccite tokkotu ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa balbala mana isaa afoo hiyyeessa Ali'aazaar jedhamu ka nafti isaa marti mammadaayee ciccite tokkotu ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qaaminni isaa guutuun mada'aan ka fudhatame Alaazaar ka jedhamutu hiyyeessi tokkotu ammoo, balbala isaa ciisee jira ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi hiyyeessi tokko, ka Alaazar jedhamu, ka nafi isaa duudiin mammadaayeeru balbala namicha dureessichaa dura irkateeraayyu.