Luke 16:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni waan qorii namicha dureesichaa irraa harca'e nyaatiisaaf halcha. Sareelle dhuttee madaa isaa arraabbatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka inni hamba sagale mesa namicha dureesa iraa jiddu nyaatu. Sareleeni d'ufte mada isaa araabdi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ka akka innii hambaa sagalee, ta xarapheezaa namicha dureessaa irraa jiddu nyaatu, balbala isaa dura kaa'an jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hambaa nyaata dureessa sanii nyaatu'uuf kajeela. Sariin dhaxxee madaa isaa arraabdi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee hambaa nyaata dureessa sanii nyaatu'uuf kajeela. Sariinillee dhaxxee madaa isaa arraabdi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
hiyyeessi kun'llee, hanbbaa qorii dureessichaa irraa harcaatu nyaachu'uuf ni hawwa ture, sariin'llee dhufanii madaa isaa ni arraaban turan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan qorii namicha dureessichaa irraa harca'e nyaatiisaaf halcha. Sareelle dhuttee madaa isaa arraabbatti.