Luke 16:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi dureessichi ammoo, ‘Abrahaam, yoona akka Alaazaar gara mana abbaa kiyyaa ergitu si kadhadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dureesi waan jed'eeni, Yoosi, anini si kad'ad'a, Aabbo, Lazaro gara worra keenna ergi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii dureessii kaan ammoo, ‘Aabboo yoos, anin si kadhaadha, anin obboleeyyan shan qabaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dureessichillee akkana jedhee deebiseef, ‹eegasuu Abbaa! gara mana abbaa kiyyaa Alaazariin akka naa ergitu si kadhadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dureessichillee akkana jedhee deebiseef, eegasuu ‹Abbaa, gara mana abbaa kiyyaa Al'aazariin akka naa ergitu si kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi dureesi'llee akkana jedhe, ‹yaa abbaa, eegasuu yabo'oo Alaazaariin gara mana abbaa kiyyaa titti akka ergadhuuf si ni kadhadha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi dureessichi ammoo, ‹Abrahaam, yoona akka Alaazar gara mana abbaa kiyyaa ergitu si kadhadha.