Luke 16:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abrahaam ammoo, ‘Isaan Muuse'ee fi raagota dhage'uu yoo dhabane, yoo nami tokko du'aa ka'elle hin dhugeeffatanu’ jedheen” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Abrahamuuni waan jed'eeni, Yo worri Musafi raagoota ind'agayiini, ato nami duisa keesaa kae worrati odeesele ind'ugefatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abrahaam ammoo, ‘Warrii yo Musee fi raagoota hindhaga'iin, adoo namii du'a keessaa ka'ee warratti himeellee hindhugeeffatu’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam ammo, ‹Isaan Muuse'ee fi raattota yoo hin dhageenne, yoo namni tokko worra du'an keessaa ka'ellee hin amanan› » jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abrahaam ammoo, ‹Isaan Muuse'ee fi raattota yoo hin dhageenne, yoo namni tokko worra du'an keessaa ka'ellee hin amanan› » jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abrahaam'llee, waan Muse'eetii fi nabiyyootaa jedhan ka hin dhageenne yoo ta'an, naminni tokko du'aa ka'ee uduu isaanitti dubatee'llee, hin amananiin jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam ammoo, ‹Isaan Muuse'ee fi raagota dhage'uu yoo dhabane, yoo nami tokko du'aa ka'elle hin dhugeeffatanu› jedheen» jedhe.