Luke 16:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa toowatummaa irraa ari'ame akka namooti gara mana ifii ana fudhatanuuf, ani waan godhu hin beeka!’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu waan tolchu malad'e aka biyyiti maneeni isaaniti na yaamtu, hojja huji tana keesaa na baasani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka yo hujii tana keessaa na baasan biyyitii manneen ufiitti na yaamtuu anin waan tolchu yaayyu maladhe’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa hujii tooyatu keessaa baye akka namoonni na simatan anuu waan godhu hin beeka› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa hujii tooyatu keessaa baye akka namoonni na simatan anuu waan godhu hin beeka› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
mee turi! waan raawwadhu ni beeka, hujii kiyya ka soortumma'aa irraa yeroo geegefamutti, waahellan mana isaanii titti ufitti ana fudhatan, akka qabaachuu danda'u ni taasisa› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa toowatummaa irraa ari'ame akka namooti gara mana ifii na fudhatanuuf, ani waan godhu hin beeka!› jedhe.