Luke 16:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba worra liqaa goottaa isaa qabu tokko tokkoon waamee, ka duraatiin, ‘Liqaa goottaa kiyyaa meeqa ifi irraa qadda?’ jennaan,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nama ch'ufa ka gati abba isaa qabu yaame waan nama qaratiini jed'e, Gati abba kiyya hagami qabda?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nama abbaan isaa gatii irraa qabuu cufaa tokko tokkoon yaamee nama qaraatiin, ‘Gatii abbaa kiyyaa hagam qabda?’ jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee worra liqaan goofta'aa irra jiru tokko tokkoon ufitti waamee, ka duraatiin, ‹Liqaan gooftaa kiyyaa hagamtu si irra jira?› jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee worra liqaan goofta'aa irra jiru tokko tokkoon ufitti waamee, ka duraatiin, ‹Liqaan gooftaa kiyyaa hagamtu sirra jira?› jedhee isa gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf worra liqaa goofta'aa ufi irraa qaban maraa tokko tokkoon waamee, ka jalqabaatiin, ‹Gooftaa kiyyaaf ka kafalttu liqaa hagamiititu si irra jira?› jechu'uun, ni gaafateen.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worra liqaa goottaa isaa qabu tokko tokkoon waamee, ka duraatiin, ‹Liqaa goottaa kiyyaa meeqa ifi irraa qadda?› jennaan,