Luke 16:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan, toowataa hin addatanne san mala inni dhowateef jaje. Kun ijoolleen lafa tanaa ijoollee ifaa caalaa worra isaan fakkaatu woliin wolitti dhikeenna qabanuun malaameyyii akka te'ane mudhisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani hojattu kiyyiba kaani maro qarooma isatiifi guddo saade; wonti akanatiifi nami waan lafa tana gula deemu nama ifsa gula deemu ira mala lafa tanaa beekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan hojjataa kiyyibaa kaan marroo qarooma isaatiif guddoo saade; wantii akkanatiif namii waan lafa tanaa gula deemu nama ibsee gula deemuu irra mala lafa tanaa beeka.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan tooyataa hin amanamnee sun mala inni dhayate saniif hin jajeen. Namoonni adunyaa tanaa worra akka isaanii woliin hajaa isaanii guuttachuu irratti namoota Rabbii caalaa qaro'o.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan tooyataa hin amanamnee sun mala inni dhayate saniif hin jajeen. Namoonni adunyaa tanaa worra akka isaanii woliin hajaa isaanii guuttachuu irratti namoota Rabbii caalaa qaro'o.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Gooftaan isaa'llee namicha sooru amantii dhidhise qarummaa isaatiin ni maalalffateen, kun'llee namoota Waaqaa irra namoonni biyya lafaa jireenna isaanii ka biyya lafaatiin, qaruuteewwan ta'uu isaanii ni muldhisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, toowataa hin addatanne san mala inni dhowateef jaje. Kun ijoolleen lafa tanaa ijoollee ifaa caalaa worra isaan fakkaatu woliin wolitti dhikeenna qabanuun malaameyyii akka te'ane mudhisa.