Luke 17:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isinille waan ajajantane maraa yennaa muummessitane, ‘Nuuti tajaajiltoota woy hin baane; nuuti waan tolchu'uu malle callaa tolchine’ jedha'a!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanileeni akasuma; hojja waan ch'ufa ka Tolcha jed'ani tolchitani, waan jettani, Nu tissele ta woma imbaane; nu waan tolchu malle ch'alla tolchine jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniilleen akkasuma; yo waan tolchaa jedhan cufaa tolchitanii, ‘Nu hojjattoota homaa hinbaanee, waan tolchuu malle callaa tolchine’ jedhaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre isinillee akkasuma hennaa waan ajajamtan maraa gootan, ‹Nu garboota bu'aa hin qabne; woma hojjachuu nu barbaachisu hojjanne› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre isinillee akkasuma waan ajajamtan maraa hennaa gootan, ‹Nu garboota bu'aa hin qabne; woma hojjachuu nu barbaachisu hojjanne› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee akkuma kana waan ajajamittan maraa yeroo raawwattanitti, ‹nu'u tajaajilttoota hin fayyadinne, ka raawwanne'llee dirqama keenna qofa› jedhaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isinille waan ajajantane maraa yennaa muummessitane, ‹Nuuti tajaajiltoota woy hin baane; nuuti waan tolchu'uu malle callaa tolchine› jedha'a!» isaaniin jedhe.